Filannoon biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 7ffaa Waxabajjii bara 2026 gaggeeffamu haqa qabeessa ta'a jedhee akka hin amanne Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) beeksise. Filannichi 'fakkeessudhaaf' kan ...