Weellisaa Guutuu Abarraa badhaasa AFRIMA Dilbata darbe Senegaal magaalaa Daakaaritti gaggeeffame irratti sirba isaa 'Deemi’ jedhuun mo’ate. Weellisaa Guutuu Abarraa sirba isaa Deemi’ jedhuun badhaasa ...
Murteessaan kubbaa miilaa Somaaliyaa Omaar Artaan Waancaa Addunyaa murteessaa tahuun hirmaachuuf ture boodarra Ameerikaa akka hin galleef dhorkame kaffaltii dorgomichaa guutuu argachuufi. Artaan ...