BBC Afaan Oromoo YuoTube oduu, xiinxala, gaaffiifi deebii, seenaa dhuunfaa barsiisoo ta'an, dhimmoota wayitaawaa, saayinsiifi tekinooloojii, akkasumas fayyaa ilaalchisuun isiniif dhiyeessa.
The Minneapolis Community and Technical College (MCTC) will be the first college in the U.S. to offer an Afaan Oromo course this September, the instructor said. Adjunct Instructor Mathias Gudina will ...
Aartii ijoollummaa isaa irraa jaalata. Dandeettiidhaanis hin komatamu. Aartii umamaan qabu barnootaan gabbiifatee, walleewwan Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa hanga jahaatamaa ta'an qajeelcheera.