Waldaan Macaafa Qulqulluu Oromoo, Waldaa Macaafa Itoophiyaa irraa addatti of danda'un waggaa lamaan dura hundeeffame. Waldichis erga hundeeffamee qabee Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootiin maxxansiisun ...
Macaafi Qulqulluu umurii wagga 400, kan hundeessituu magaalaa Masachusaats keessa jiru tokkoon gara Addunyaa Haaraatti geeffame, Baha Belfaastitti caalbaasiif dhiyaachuuf jira. Macaafi Qulqulluu ...